Oh wow, that was my best guess, but from the examples I saw I thought potawatomi had much more restricted photactics. I didn't actually think it would be Potawatomi

.
Anywayss, here is my example:
Quote:
Damee Raadiyolojii
Beeysisa Qoranno Altrasaawindi Meesha Garaa
(waan akka kalee, tiruu, rajijii,hadhooftuu fi macaroo) keessaa.
Altraasaawindiin sagalee danbalidha friiquwensi guddaa qabuun dalaga. Wanni tolfameef meeshaa garaa keessa laaluf. Karaa kanaan laalu kuni nama hin dhukubssu. Wagga 25 ol guyyu dhimma itti bayama , kanaafu nama guddati fi daa’ima hin dhalataminittille rakkoo tokkos hin finne.
Meeshaa garaa keessa laaluf , haga danda’ametti hafuurri baay’een meshaa garaa keessatti akka hin argamne yaaluun barbaachisaa dha. Waan kana argachuuf, yaboo ykn hadaraa:
1. Yeroo qorannoof deemtan haancoo ykn maastikaa guyyaa lamaaf hin alanshina
2. Dhugaati gaasa qabu qorrannoo dura guyyaa lamaaf hin dhuginaa
3. Guyyaa qorannoo keesanii sijaaraa hin aarsinaa
4. Guyyaa qorannoo, qoranoof sa’aan khudhalama (12) yoo hafe waa hin nyaatinaa, hin dhuginaa, waan akka buna ykn shaayi sukkaara fi aanan hin qabnee malee.
Baalamma Qoranno keetif:
_________________ _____________________ W.D/W.B
(Guyyaa) ( Sa’aa)
HADARAA YKN YABOO YEROON KOOTTU!!
Bilbili _______________yoo katurtu taate ykn baalamma biraa yoo ka feetu taate.
(Lakoofssa bilbilaa)